Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

              New Page 2 home                         

Kuba Mila Oromoo Belgium Waxabajii ( juni ) 23/2012 Antwerpen

 

Hawwassi Oromoo Belgium Oromoo Belgium jiratan hunda walitti qabun Oromummaa ciimsuun, Oromoon akka inni wal jalaa adeemuu gocha jira. Hawwassi Oromoo Belgium Oromummaa gudisuuf ga”ee gudda ba’acha jira; Adda Oromoo fi afaan Oromoo gudiisuu, Conference adda addaa gegesuun rakko Oromoo beektoota, Mootummota fi NGO adda addaatti beekisisun, Hirira nagga ba’uun fixiinsa sanyi Oromoo irratti gegefamuu EU Paarlamaa fi Komishintti dhiyeesun iyyacha ture iyyachas jira.  Hawwasi Oromoo Belgium waggoota darban kana utuu wal irra hin kuttin hojii gurguda hojeecha ture, ama ilee itti fufee jira,  

Bara kana baroota darban caalaa Hawwassai Oromoo  Belgium taba kubba Mila sadarka ol’anatti qindesun Waxabajii 23/2012 Gartuu Antwerpen fi Burgge giduutti goodhameen taba bareda goochuun Hawwassa Oromoo  gamachisee jira. taba Kuba mila godhamee kanan Gartuun Burgge gartuu Antwerpen gali 10 fi 7  ma’atee Badhassa Argatee jira.

Hawwasi Oromoo Belgium Hawwassa Oromoo Europa jiruf fakkenya ta’uun yeroo itti anuu amoo taba Kuba Milan Hawwasoota Oromoo Holand, Germany fi k.k.f waliin  tabachuuf qoophi gudaa goocha jira.

Hawwasi Oromoo Belgium Bayiini isaa Murassa ta’uu ilee Seena Oromoo galmessa jirachu balinana itti fufu irra kan dubatti isaa deebsuu akka hin jire mirkanefate jira. 

Hawwasi Oromoo Belgium Gummiin Paaralama Oromoo Project qoophesee gargaruun:

1.     Dictionary Afaan Oromoo - Nederlands fi Nederlands – Oromoo qoophesee jira;

2.     Conference gurguda qoophesun Hawwasa Oromoo Eurpa jiran keesumessa ture;

3.     Addda Oromoo gabsuuf  Irreechaa Oromoo qoophessun wagga waggan safuu fi adda Oromoo wal barsisa jira;

4.     Yeroo Yeroon Hirira ba’uun rakkoo Oromoo fi Oromiyya irra jiru Adunyatti beeksisaa jira;

5.     Oromoon tokkummaa isaa akka egatuu goochuuf fakii guda ta’aa jira.

 

Linkes:

1.     http://www.oromoparliamentarians.org/Dhaamsa_bara_haaraa/Best%20Wish%20to%20all%20Oromo%20and%20Oromo%20friends%20in%202011.htm

2.  http://www.oromoparliamentarians.org/Dhaamsa_bara_haaraa/Irreechaa%20Belgium%20Antwerpen%20Onkololessa%202%20bara%202011.htm

3.     http://www.oromoparliamentarians.org/Dhaamsa_bara_haaraa/Irreechaa%20Belgium%202011.htm

4.     http://www.oromoparliamentarians.org/English/News_Archive/An%20International%20Conference%20on%20the%20Oromo%20and%20Horn.htm

5.     http://www.oromoparliamentarians.org/Galmee%20Oduu/Gootootaa%20Oromiyyaa%20Umurii%20Gutuu.htm

 

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved