Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

                                       

Junedin Sado yakka Oromoo irrati dalagen faayyan isaa gubachuu qaba.

Namni kun gaafa ABOn biyya ba’uu miseensa ABO ture jeedhama, haala kana kara tokko ABO fakachuun hojjeta irra marartoo argachuu yamuu yaaluu, harka birran amoo TPLF jala seenun miseensoota ABO qulquleesina jeechuun yakka dhoksaan dalaga turuun isaa keessa bektoon ragga ba’uu.  Junediin Saadoo Sobduu, Samtuu, Hatuu, sagaaggaltuu yakkamtuu dha.

Gadaa.com

 

Junedin Saadoo yakka Soban Oromoo yaakee ficisisa ture, Oromiyaa samsisaa fi sama ture, iffa ifaati qabeenya Oromiya hate hachisisa ture, hunda caalaa baratoota Oromoo targeti goodhachuun dhalota ol deemuu domsaa ture, Adda , seena fi afaan baleessa jira; raggalee ammaf qabanee keessa:-

1.     Junedin Saado Baratoota Univesity Finfinnee, Ambo, Jimmaa, Adama fi Haromaya yeroo adda addaa ajeesisa ture, baratoota Oromoo ta’aan qoofa yakka tokko malee Humna waranan akka dararaman, mana barumsaa akka ari’aman, goodhe, ijooleen Oromoo deebiyyan akka mana barumsaa galan yamuu jarsooliin Oromoo Prof. Indriyas Esheete kadhatanf junediin prof. Indriysa Esheeti akka baratoota Oromoo deebisee univesity hin galchinee ajaja dabarsee. Kana malee ijoole Oromoo ABO tatee mana barumsaa hunda keessa qulqula’uu qabdi jeechun wari mootummaa deegeran 3000 oromoon yoo baratee xumuree nu ga’aa jeechuun wayyannota gamachisee kun yakka lamii ol demuu irratti dalagame;

a.      Baratoot University finfinnee yeroo 3 ol university keessa akka qulqula’aan goochuu caalaa Kolee, Maikalaw, Qalitii fi Karchaleeti tourchi goodhaman akka du’aan goodhee jira fak. Alemayo Gerba, Gadisa Hirphasa,

b.     Univesity Jimmaa gaafi ijooleen Oromoo gaafatanfi deebii seeran laachuu manaa utuu isaan Mooraa University keessa ala hin ba’iin ergama isaa lammii Yem (Janjaro) kan ta’aan Muktar Kadiir fi Nega Abba-Meecaa itti ergudhan ijoolee Oromoo guyya saafaa rassasan tuman akka ajjeessan gosisee , ijoolee oromoo heedu mana barumsaa irra arsisee ragga ijoolee du’an fi ari’aman;

c.      Ambo Univesity yeroo lama ol humna warana itti bobasuun warani gamoo keessa galee ijoolee Oromoo rasasan reebuun, dirqisisan gudeedu fi mana barumsaa keessaa ari’achuun beekmadha.

d.     Yeroo lama fi Sadi university Haro mayaa wal-dhabdee ijoolee Oromoo fi Tigre gidutti akka dhalatuu goochisisun ijoolee Oromoo hunda mana barsumsaa irra arisisa ture;

e.      Junediin Saadoo jiba gudda kan irra qabuu  University hunda irra kan qabuu yamuu ta’uu keessatu Bordi Universiticha kan ta’ee Adama Unversity baratoota Oromoo diina hama godhachuu bara baran yaaka itti barbadee arisisuu fi hisisuu irra darbee wagga kana immoo ijoolee Oromoo 1500 guyya tokkotti summi nyatan akka dhuman goochisisee jira. Alemayo Atomsa Summi Nyachisuu keessa ilee jira jeedhame shakama.

f.       University Hawwassati yeroo jaalqabaf basasootta OPDO fi TPLF university keessa boobasuun ABO university keessa qulquleesina jeechuun egeren Oromoo domee harka Tigree jaalati kufee akka hafuu goochuun Junediin Saadoo Dhaloota borii irratti yakka darba hojjete jira:

Bareefama kana bakka (kutaa) 12 qoqonee waan dhiyeesinuuf nu hordofa;

Ittifufa nu hordofa

Falmata Dhugga Cafee Oromiyaa irra

 

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved