Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

              New Page 2 home                         

 

Waamicha Hiriira Mormii biyya Netherlands fi Belgium

Ajeechaa bartoota Oromoo irra ga’aa jiru, akkasumas seeran ala magaalaa Finfinnee babaldhisuuf gocha Mootummaan Itoopiya raawwachaa jiru mormuu dhaan magaalaa Den Haag, Netherlands keessatti hiririi mormii ni geggeeffama. Namoonni biyaa Nederlands fi Belgium keessa jiraattan hiriira kana’rratti akka argamtan kabajaa Oromummaan waamicha keenya isiniif dabarsineeraa.

Guyyaa fi Teessoon hiriiri itti geggeeffamu:-

Guyya hiriiraa – Jimaata Caamsaa 9 (Friday may 9_5_2014)

Bakka hiriiraa Magaalaa-  Den Haag, Plein é, 2511 CR Den Haag (Paarlamaa Nederland)

Sa’a- 12.00n eegalee  14:00 xumuurama

 

Tokkummaan humna ! 

Kore hojii raawachiiftuu hawaasa Oromoo Nederlands fi Belgium

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved