Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

              New Page 2 home                         

Labsii Yeroo Muddamaatii ajeecha rawwatama jiru

 

Oromoon Bilisummaa isaaf qabsa'uu qaba male wa'ee Mummicha Ministera jijiru iraati yeroo  isaa balesuu hin qabu. TPLF hanga hin buqaneeti dhuga fi haqi Ethiopia kessaati bakka hin qabu.

Erga Labsiin Yeroo Muddamaa yakka abban Dulla rawwate fi Miseensoon Paarlamaa Oromoo 44 deggeranin ragasifame booda Ajjeechan Naqamte, Mandi, Gimbi, Gudar, Ambo, Ginci, Hararge kkf keessaati ajjeechan sukkanesan rawwatama jira.

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved