Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

              New Page 2 home                         

Hiriira Oromoo Belgium Brussels 20 June 2014

Hiriira Oromoo Belgium Brussels 20 June 2014 Gegefamu irrati Oromoon hundi akka argamuuf waamicha koreen Qindeestu isiin dabarsine jira. Baratoota Oromoo Ajeefama, Hidhaman, Mana barumsa irraa ariataman, kan reeban fi rasasan qami isaan hiratee maqa isaan hunda qabachuun  fi iyyata uumataa Oromoo qabachuun Europa Commition fi Europa Paarlamaa deemunn iyyataa fi  gaafii gaafi qabnu ni dhiyeesina. Yaaka Baratoota Oromoo irrati dalagamee hunda Qama kana lamanti ibsuun Mootummaa lammi Oromoo ajeesaa jiru kana irra Mootuumaani Europa hundi Gargarasa Ethiopia gosa hunda akka irra dhaban gaafana.

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved