Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

              New Page 2 home                         

Walgahii Ummaata: Gummi paarlamaa Oromoo GPO/OPC Adoolessa 5, 2014 Belgium Antwerpen

     

Addolessa 5 bara 2014 Sanbata dura sa’aa 13 : 00 kasee Gummin Paarlamaa Oromoo Haawwasumaa Oromo hundaaf Saganta wagga kana isiin qoophesee jira. Haala Oromoo fi Oromiyya fi hawwasumma fi waan hunda irrati qoophi dhiyyatu irrati marii goodhama. Saganta kaneenya keessa:

1.    Haalaa Oromoo yeeroo ama Ethiopia keessa jiru irrat ibsa  fi marii goodhama;

2.    Bu’aa ba’ii qabsoo Oromoo: Garbuma irra gara Bilisummati jeedhe saganta adda jira;

3.    Walqunammtiii Oromoo biyya alaa irrati dhimoota foya’uu  qabu adda adda addaa irrati mariatama ;

 Bakkaa : Ernestclaesstaart 16, 2050 Antwerpen fooqii /darbii 25 irrati gegefama.

Oromo Parliamentarians Council /Gumi Paarlamaa Oromoo

Ernest Claesstraat 10 GLV, 2050 Antwerpen  Belgium GSM +32(0) 488 47 93 60 begin_of_the_skype_highlighting +32(0) 488 47 93 60 skype gadaa.oromoo , facebook gummi paarlamaa Oromoo Twitter: https://twitter.com www.oromoparliamentarians.org

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved