Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

                                       

Statement of protest against criminal regime participation on 47th Conference of Global Security

We, members of the Oromo Communities in Germany and other countries in Europe, appreciate the objective of Munich Security Conference that  aim to address the main global security issues through the approach of constantly looking ahead so as to take up future issues at an early stage. However the participation of Prime Minister Meles Zenawi of Ethiopia on the 47th International Global Security Conference is disappointed us. It is doubtful whether you are concerned about peace and security of the Horn of African peoples in the global perspective.

The regime of Meles Zenawi known as Tigray People’s Liberation Front or Ethiopian People Revolutionary Democratic Front (TPLF/EPRDF) is by any means morally not qualified to deliver a significant role in order to achieve sustainable peace and security in the region of Horn of Africa because his regime is the major part of the problem. The regime’s anti peace characteristics are demonstrated by systematic gross human rights violations, the 1998 – 2000 border war with Eritrea, the 2006 war crime in Somalia, environmental degradation, eviction of peasants from their land without compensation, perpetrating aggravation of conflicts in the Horn, and etc. For example the Oromia Support Group in United Kingdom, a non-political organization to raise awareness of human rights violations in Ethiopia, has reported four thousand two hundred seventy nine (4,279) extra-judicial killings and 987 disappearances of civilians in Ethiopia from 1994 – 2010. Also Meles is now best known for his latest mock election in which his TPLF/EPRDF party won 99.6%. He is not willing to peacefully transfer political power within last twenty (20) years.

We believe it is necessary to refrain from sponsoring racist and anti peace policies of the TPLF regime in order to realize sustainable peace and stability in the Horn of African region if the principle of security for humanity is applicable for the human beings in that region. Therefore we appeal respectfully to families of international communities and democratic governments to stop acting against the struggle of the Oromo people in particular and the oppressed peoples of the Horn of African region. We would like to remind you that objectives of the struggle of the Oromo people are to overcome century old injustice, to live in freedom, to build peace, to practice democracy, and to achieve stability.

Justice and Peace Shall Prevail!
Oromo participants of peaceful demonstration

5th of Feburary 2011, Munich, Germany

In Oromo language

 

Ibsa hirira nagaa biyya Jarmanii, magalaa Munshen, kessatti geggefame

Guraandhala 5 bara 2011 sagantaa hirira nagaa hawaasi Oromoo Munshen fi hawaasi Ogadeen waliin ta`uun magalaa gudditti kibba Jarmanii, Munsheen, kessatti qindessan milikiin xummurameera.

Hirirri kun ganama saatii 9:00 AM irraa egalee amma waare booda saatii 16:00 (10:00 PM) geggefame. Walumaa galatti kayyoon hiririchaa waligayii 47ffaa mata dureen isaa “International Global Security Conference” (waligayii tasgabii fi nagaa adunyaa) jedhamu irratti bakka bu`aan motummaa wayyanee (TPLF), mummichi ministeraa Malasi Zenawii, afeeramu mormuu fi yakkooto dhittaa mirga dhala namaa motumaa isaan raawatamaa jiru saaxiluudhaaf. Hirira nagaa kana irratti namooti qoda fudhatan ummatoota Oromoo fi Ogaaden biyyoota Awuropaa kessa jiraatan.

Kayyoo hirira nagaa fixaan baasuuf hojiileen armaan gadii raawatamaniru:

  1. Nannoo waligayichi geggefamaa turetti iddoo Modehaus Oberpollinger jedhamu fuula dura alabaa fi surraalee qabachuun hiriramee dhadannoleen afaan Oromoo, afaan Jarmanii, fi afaan Ingiliziin satii 9:00 – 13:00 dhagesifameera. Dhadanolee hedduminaan dhagessifaman kessaa xiqoshee tuquf: Motummaan TPLF farra nagaati!; Motummaa fashistii gargaaru dhabachisaa!; Stop TPLF`s extrajudicial killings!; Meles Zenawi is the killer!; Meles Zenawi is terrorist!; Peace and stability for Horn of Africa!; No democracy no assistance should be in action, Meles Zenawi ist ein diktator!; Keine Zusammenarbeit mit diktatur!!!; fi kkf turan.
  1. Jaarmiyoota kabajamu mirga ilmaan namaa fi nagaadhaaf  qabsawaan waliin ta`uun sagantaa qindaawe irratti saatii 13:00 – 16:00 amna hirira nagaa millaan kiloo metira shan (5 km) ademame hirmaachuu kessaan sagaleen ummatoota cunqurfamaa gara gurra jaarmiyoota sabaa-himaa hedduutti dhageessifameera.
  1. Faanfileta (barrulee gaggabaabduu) afaan Jarmaniin qopheefamanii fi odefannoolee waa`ee dhittalee mirgoota dhala namaa  motummaa TPLF geggessaa jiru ibsan, kanneen  waa`ee gaafilee haaqa ummata Oromoo ibsan, fi kanneen tasgabii fi nagaan gaanfa Afrikaa motummaa TPLFn borawaa jiratuu ibsan karaa irratti namoota hedduudhaaf raabsamaniru.
  1. Xalayaan iyyannoo (Appeal letter) afaan Jarmaniin qophefamee gara dura ta`aa koree qindeesitu konfirensii 47faaf ergameera.  
  1. Odefannoon raawii hirira nagaa gara jaarmiyoota sabi-qunnamtitti gabaafameera.

 

 

Injjifannoon Ummata Oromoof!

 

Oromoo hirira nagaa irratti hirmaatan

Guraandhala 5 bara 2011, Munsheen, Jarmanii


 

 

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved