Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

              New Page 2 home                         

 

Disturbing Images of Oromo Students Injured By TPLF’s Military Police at a Peaceful/Nonviolent Rally in Wallaggaa, Oromia

 (Note: more photos of the injured Oromo students can be viewed below.)

BACKGROUND
On April 26, 2014, Oromo students’ nonviolent protest was held at Wallaggaa University against the plan (called the Addis Ababa Master Plan) to evict millions of Oromo farmers and dispossess them of their land in Oromian districts surrounding Finfinnee under the pretext of the “urban development of Addis Ababa.” At the peaceful rally, the TPLF Ethiopian regime’s Military-Police shot at, battered and injured several unarmed students. Photo below shows the peaceful rally up to the point of the intrusion by the TPLF Military-Police into the Wallaggaa University campus to shoot and batter the unarmed students.

According to published data, under the current TPLF regime, Addis Ababa has expanded by ~400% since 1991 (from ~13,763.3-ha in 1991 to ~52,706.2-ha in 2014 – see data here); even though the Oromiyaa Region is a federally constituted state, it continues to be annexed by the Habesha government of Addis Ababa.

Political analysts have stated recently that the current Addis Ababa Master Plan will potentially divide the Oromiyaa Region into two by the proposed Addis Ababa’s annexation of Central Oromiyaa, and the subsequent eviction of the Oromo farming communities in Central Oromiyaa under the pretext of “industrial zones.” There are at least 8 industrial zones all over Oromiyaa, such as the Malka Jebdu area under the Dire Dawa Industrial Zone, the Ambo Industrial Zone, the Chinese-owned Bishoftu Eastern Industrial Zone – which is slated to extend all the way to Asella in Arsi Zone of Oromiyaa in the coming few years.

QEERROO.org: FDG Gootota Barattoota Oromoon Qabate Itti Fufuun Har’as Yuuniversitii Wallagga Keessatti Haalaan Jabaate. Barattooti Oromoos Waraana Wayyaanee Agaazii Jedhamun Reebaman

(QEERROO.org) – Gabaasaa: Ebla 27/2012 FDG Gootota dargaggoota Barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Wallaggaa jabaatee itti fufuun guyyaa har’aa Ebla 27,2014 falmaa jabaa keessa oolan.Goototni barattootni Oromoo gaaffii keenyaaf deebiin nuu kennamuu qaba jechuun guyyaa lammaffaa ganama irraa eegaluun dhaadannoo dhageesisa turanii jiru.

Mootummaan abbaa irree akkuma amala isaa gaaffii barattoota karaa nagaa fi demookiraasii dhiyaateef deebii humna waraanaa fi loltuu of harkaa qabuu fi qawweetti dhimma bahuun barattoota Oromoo dararuu irratti argama. barattootni hedduunis humna waraanaa kanaan qabamanii hidhamaa jiraachuu maddeen keenya gabaasaniru, barattootni Oromoo hedduun humna polisii federaalaatiin rebbichaa cima irra ga’ee yeroo amma Hospitala Naqamatee galanii jiraachuun ibsamera. barattoota humnota federaala wayyaaneen midhaan qaama isanii irra ga;ee kunis:

1. Barataa Dawuti Gonfaa,
2. Barataa Abdiisaa Nagaasaa,
3. Barattuu Geexee Tafarii,
4. Barataa Ababa Kumarraa,
5. Barataa Tashoomee Daawuti,
6. Barataa Dasitaa kanneen jedhaman kan keessatti argamaan humna poolisii Federaalaa Wayyaaneen reebamani midhaan qaama kan irra ga’ee ta’uun ibsamera.

Goototni Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Wallaaggaa akkuma gootota barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Jimmaa, hidhaan, reebichii, doorsifnii, barnoota irraa arii’atamuun duubatti nu hin deebisu jechuun guyyaa har’aas FDG itti fufanii olaniiru.Maqaa barattoota hidhamanii guutuu fuula duratti dhiheessina.

Gama biraan waraanni Wayyaanee kan Agaazii jedhamee beekamu magaalaa Naqamtee qubachuun uumata goolaa jira. Addatti Yuuniversitii Wallaggaa keessa namoota barattoota basaasan dabballoota OPDO kanneen akka:

1. Tafarii Xiyyaaroo Bulchaa Godina Wallaggaa Bahaa
2. Tolasaa Waggaarii Bulchiinsa magaalaa Neqemtee irraa
3. Eebbaa nama jedhamu itti aanaa President Yuunibarsiitii Wallaggaa kanneen jedhamanii qabachuun barattoota itti roorrisaa jiraachuun beekame.

Muktaar Kadir haala kana dhaamsuuf jecha naannoolee FDG ka’an mara irra naannawuun milishootaan qabatee uumataa fi barattoota akka sodaachisaa jirus odeessi jiru ni addeessa.

Oromo Student Protests Against Addis Ababa Master Plan Spread Across Major Oromian Universities

After almost a decade of relative dormancy, Oromo students across universities in Oromia return to staging brazen rallies across Oromia and Ethiopia defying the presence of fully-armed EPRDF troops and security forces.

The students are protesting the new Addis Ababa Master Plan, which aims to expand the landmass on which the city is sitting by unconstitutionally annexing tens of neighboring Oromia state’s cities and rural districts (Aanaalee) within a 140 kilometers range against the will of the Oromo people. Thousands of students participated in the ongoing anti-Addis Ababa Master Plan non-violent demonstrations from Jimma, Ambo, Haromaya and Wallagaa public universities.

Day two rally at Wallagaa University. At the most recent rally at Wallagaa University in western Oromia, Ethiopia’s army and police opened fire with live ammunition injuring unknown numbers of students and terrorizing others into fleeing the campus to hide in nearby forests, according to a report obtained from the April 26 broadcast of Oromo Voice Radio, in Afan Oromo.

The National Youth Movement for Freedom and Democracy, Qeerroo, reported on its website that when the protest began on Jimma University campus on April 22, 2014, government soldiers and police responded with brutality — kidnapping, arresting and torturing over 12 students. The students called for an end to the evictions of an estimated 8-10 million Oromo farmers in the vicinity of Finfinne (Addis Ababa) from their ancestral lands. Among other human rights, the Oromo students demanded Oromia’s rights to self-government and the right to decide on the fate of its resources, including land and minerals.

Ambo University students alongside residents of the town of Ambo, in central Oromia,took to the streets in several hundreds and protested the master plan on April 25,2014. The students marched chanting slogans, such as “Oromia belongs to the Oromo people,” and “Finfinne is the heart (center) of Oromia,” highlighting a long-standing Oromo yearning for self-government and freedom from colonial oppression.

Another contingent of Oromo students staged a similar rally at Haromaya University, eastern Oromia, emphasizing that the Oromo people are not going to “cut and give away” cities and rural districts of Oromia to Abyssinian colonial powers in Addis Ababa. They demanded the release from prison of Oromo singer Jafar Yusuf, who released a music video protesting the master plan, which became the cause for his imprisonment. They also demanded Afan Oromo, the Oromo language, be made a federal official language. Haromaya Univesity students demanded an end to killings, imprisonment and torture targeting the Oromo people.
Image of Artist Jafar Yusuf from Qeerroo.

All the protests have had a common theme of demanding the Oromo right to self-government and ownership of its own country/land. Many of the slogans chanted by the students in all universities viewed Addis Ababa Master Plan as a callous plan by Ethiopia’s minority government to continue committing atrocity crimes [including genocide] against the Oromo people.

The master plan was secretly created by the inner circle of the Tigire People’s Liberation Front, who announced the implementation of the plan in an imposing way early this April. The people of Oromia, who never participated in the plan’s making, sternly objected to its implementation from day one across Oromia and the diaspora, and the opposition to it is gaining momentum by the day.

Addis Ababa city officials tried to make the unpopular plan look like a popular “development plan” by staging partisan and fake public discussions of the plan for non-Oromos in Addis Ababa who are not the victims of the planned new expansion, but who are the benefactors of the spoils of the city’s expansion currently and historically.
Videos of the protests

Baratoon Oromoo Yuunbaristii hunda keessa jira Hawwassa Oromoo degersa gafacha jiru. Ani Oromoo dha kan jeedhu hundi gaafi mirga uni gaafanuu akka nu degertan isiin gaafana.

1. Oromoo biyya keessa jiru hundi yakka Naannoo Godina Adaa Finfinne irrati dalagama jiru akka Murmuu;
2. Uumanii Godiina Adda Finfinee keessa jiru Gibira kafaluu diduun Mootuùmma Ethiopiaf Ajeejamuu akka dhabuu;
3. Oromoon biyya Alaa jirtan biyya jirtan keeysatti Hiriira nagayaa bahuudhaan Baratoota Hidhamaa jiran gargaruun Qabsoo Baratoota Oromoo akka deeggaramuu fi Motummaa Adunyaa hunda irrati akka iyyatanii fii mirga oromummaa keenyaa falmachuutu isin boonsa gammachuun keenya injifannoo qabsoo nuuf haa ta'u
4. Baratooni Sadarka 1faa fi Sadarka Lamafaa Qabsoo Baratoota Yuunibarstii birra dhabachuun falamii akka gootan;
5. Dhabbileen siyyasa Oromoo OPDO dabalatee gaafi mirga Oromoo dhiyeessa jiru kana akka degertan;
6. Hojeetan Mootumma fi Miseensoon OPDO hundi gaafi fi feedhi saba Oromoo akka degetan Kabajan Gafaan.
7. Abdulaziiz fi Kuma Harka keessan xuurii Oromoo irra kassa Oromoon hubannoo qaba kan Hubannoo hin qabne isiin laman!!! 
8. Median Oromoo Dargagoon Oromoo Falmii keenya sa'aa 24 itti fufuu qaba, Ethiopian Oromoo salphiftuu jirachuu hin qabduu, Ethiopian Oromoo hin kabajnee Karta Adunyaa irra baduu qabdi !!!
9. Uummani Oromoo Uumataa Ukraina kana irra barachun mirga isaaf falmachuu qaba, uumani qabsa’ee mirga isaa ni kabachifata, caalisuun diinaf of saxiludha !!!
10. Kuma Demekssa fi Abdulazizi Mohamad Dhigga baratoota Oromooti qoosuu hin danda'aan Hanqina hubannoo kan qabu Ergamtoota TPLF malee uumataa Oromoo miti !!! 
11. Uumaani keenya waan hunda irra nu caala, abban angoo, abban qabsoo, abban biyya fi abban murtii uumata keenya, Dhaabbbi kami ilee, ooganni kami ilee uumataa Oromooo ol miti, Kanaafu xiyyfannoon keenya Feedhi, Gaafii fi mirga umataa kabajisuu irrati hanga wareegama lubuti hojeechuu qabna !!!

Finfinnen kan Oromooti!!!

Godiina Adda Oromiyya kutuun Morma Oromoo kutudha!!

Baratoota Oromoo

Gaafi fi Dhadannoo Baratoota Oromoo Yuunbarsitii adda adda irra dhiyacha jiru.

https://www.youtube.com/watch?v=oaqjJz5qnEA&feature=player_embedded&app=desktop

https://www.facebook.com/photo.php?v=718382508204542&set=vb.100000983982292&type=2&theater

https://www.youtube.com/watch?v=mIyHZBHza84

https://www.youtube.com/watch?v=fu-VyqrmDL0

https://www.youtube.com/watch?v=92xZK5UqXuc

 https://www.youtube.com/watch?v=dgW5bAQ1A_M

 https://www.youtube.com/watch?v=dQtcP0x-GOQ

 https://www.youtube.com/watch?v=MrWs8yJh5mY

 https://www.youtube.com/watch?v=MyJm640Pfoo

 https://www.youtube.com/watch?v=OWHcE4aFf08#t=15

 https://www.youtube.com/watch?v=Pv--ZdeTh0E

 https://www.facebook.com/photo.php?v=668790353186716&set=vb.100001672713559&type=2&theater

 https://www.facebook.com/photo.php?v=305748036246925&set=vb.250515108436885&type=2&theater 

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved