Gumii Paarlaamaa Oromoo (GPO)

Oromo Parliamentarians Council (OPC)

 

Baga Nagaan Dhuftan!Welcome to Oromo parliamentarians council!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

              New Page 2 home                         

Dhammsa Koo Oromoo hundaaf !!!

Kayyoo Gootoon Oromoo itti wareegaman dhugomsun Oromoo ugura jala bafnee mirga isaa kabachisuuf qabna. Gootata keenya kan ittin yaadanu jijirama fiduun ta'uu qaba, jijirama fiduuf amoo loluu qabna.
Oromoon biyyaa isaa keessati waan hunda uguramee jira:-
1. Amantan Oromo dhorkamee jira Waaqeffannaa, Oromo protestant Afaan Oromoo gegefamuu galma dhorkatam jira etc;
2. Gummi Afan Oromo ijoolee Oromoon Afaan Oromoo gudisuuf university hunda keessati gurmayee dhorkamee miseensooni GAO hidhamani jiru;
3.
Waldan dagagina fi gudiina oromoof hojeetu Muca and Tullama cufamee jira...
4. Waldaleen miti -mootummaa oromoo gargaran cufaman jiru,
5. Bakka dargagoon Oromoo itti bashanan (Oromo night clubs) ilee guyya gaafa 16/4/2015 cufamee jira,
6 Daldaltoon Oromoo fi Oromoon qaroo hoji fi daldala isaan irra qabaman hidhama jiru;
7. Baratoota Ormoo Jumuladhan barumsa irra ari'aa, hidha fi ajeesa jira,
8. Bosona Oromoo hunda ABO keessa jira gubee baleessa jira,.
9. Bareesitoota Oromo ukamsa darara fi hidha jira,
10. Kitaboleen afaan Oromoon bareefaman akka hin rabsamnee ugura fi qabee guba jira;
11. Hayuulee Oromoo hunda ABO jeechun yaakee adamsa jira
12. Mirga bareesuu, dubachuu fi dhubsuu baratoota oromoo ugurun baratoota Oromoo hamilee cabsaa jira
13. Oromoo baqatee biyya birra akka hin jiraneef:- Biyya Afrika Kibati Abidan gubamee du'aa jira, biyya Yementi Rasasan dhumaa jira, Galana Mederterani fi India keessati Qurxumin nyatama jira, Ongee Sudan, Sanai, Egypt fi Libya keessati mana hidhati dhumata jira, Shamaran keenya Arabatu itti xabata jira. Oromoon kana utuu ilaaluu caalisee wayyane jalati bulun jireenya hin jeedhamuu,kanaafu lolachuun ala aka furmataa birroo hin qabee beeka.

Guyyan Gootota Oromoo banana kan injiifannoo nuf hata'uu

Getachew Jigi Demekssa

 

                                                              Copyright ©2008 GPO/OPC Allrights Reserved